Purpose Driven Life Audio

Guyyaa 1 Jalqabni Waan Hundumaa waaqayyoodha
Guyyaa 2 Ati Tasa Hin Uumamne
Guyyaa 3 Jireenya Kee Maaltu Oofa?
Guyyaa 4 Bara Baraan Akka Jiraattuf Uumamte

Guyyaa 5 Ija Waaqayyootin Jireenya Ilaaluu

Guyyaa 6 Jireenyi Hojii Manaa Yeroo Gabaabati

Guyyaa 7 Sababa Waan Hundumaa

Guyyaa 8 Gammachuu Waaqayyoof kan Karoorfamte

Guyyaa 9 Maaltu Fuulli Waaqayyoo Akka Ifu Godha?

Guyyaa 10 Hundee Waaqeffannaa

Guyyaa 11 Michuu Waaqayyoo Ta’uu

Guyyaa 12 Michummaa Waaqayyo Wajjin Qabdu Guddisuu

Guyyaa 13 Waaqeffannaa Waaqayyo Gammachiisu

Guyyaa 14 Gaafa Waaqayyo Waan Nama Irraa Fagaate Fakkaatu

Guyyaa 15 Maatii Waaqayyoo Ta’uuf Uumamte

Guyyaa 16 Murteessaa kan Ta’e

Guyyaa 17 Bakka Ta’uun Sirra Jiru

Guyyaa 18 Jireenya Waliin Shaakaluu

Guyyaa 19 Hawaasa Uumuu

Guyyaa 20 Tokkummaa Bade Deebisuu

Guyyaa 21 Waldaa Kee Eeguu

Guyyaa 22 Kiristoos Fakkaachuf Uumamte

Guyyaa 23 Akkamitti Guddanna

Guyyaa 24 Dhugaadhan Jijjiiramuu

Guyyaa 25 Rakkinaan Jijjiiramuu

Guyyaa 26 Karaa Qoruumsaa Guddachuu

Guyyaa 27 Qoruumsa Mo’achuu

Guyyaa 28 Yeroo Fudhata

Guyyaa 29 Waan Sitti Kenname Fudhadhu

Guyyaa 30 Waaqayyo Tajaajiluuf Tolfamte

Guyyaa 31 Tolfamuu (Shape) Kee Hubadhu

Guyyaa 32 Waanta Waaqayyo Siif Kennetti Fayyadamuu

Guyyaa 33 Akkaataa Itti Hojjattoonni Dhugaa Socho’an

Guyyaa 34 Akka Hojjataatti Yaaduu

Guyyaa 35 Dadhabbii Kee Keessatti Humna Waaqayyoo

Guyyaa 36 Ergamaaf Uumamte

Guyyaa 37 Ergaa Jireenya Kee Qooduu

Guyyaa 38 Kiristaana Beekamaa yookin Cimaa Ta’uu

Guyyaa 39 Madaala Jireenya kee Eegi

Guyyaa 40 Kaayyodhaan Jiraachuu